Interview & Speech

197 Videos

Haasaa Hayyuu Duree ABO, Jaal Dawud Ibasa, Fulbaana 15, 2018 Finfinnee

Kabajamoo Bulchinsaa Magalaa Finfinnee Engineer Taakkalee Uumaa Kabajamtoota Qondaalota Mootummaa Federaala Ityophiyaa, Kabajamtoota bakka bu‘ootii Bulchiinsaa nannoolee, Kabajamtoota bakka bu‘ootii dhaabolee Siyaasaa, Waldayaa Hojjeetootaa fi Ogummaa,” Kabaajamtoota Miseensota, Deggartootaa ABO, WBO fi Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Kabajamtoota gaggesitootaa fi Abbootii Amantii Kan galfata Gudinaa Tumsaa Sheek Bakari Saphaloo, Sheek Mohammed Rashad fi kkf of harkaa qabdan, […]